Dirree Dhawaa”Afran Qalloo keessaa nama maqaan isaa Dhawaa Elamoo Muudee jedhamu.

Dirree Dhawaa"Afran Qalloo

Dirree Dhawaa Dirree Dhawaa”Afran Qalloo

Afran Qalloo keessaa nama maqaan isaa Dhawaa Elamoo Muudee jedhamu tokko waan achi tureef, iddoo san “Dirree Dhawaa” jedhamee waamame.
“Dirree” jechuun lafa diriira, bal’aa ta’e; “Dhawaa” immoo maqaa namaa waan ta’eef, walitti ida’uun “Dirree Dhawaa” jedhame.
Lafaa san irra kan jiraataa ture Dhawaa Elamoo Muudee — dhalataa Afran Qalloo ti.
Kanaaf dhawata keessa maqaan kun uummata bira fudhatama arkatee, maqaa magaalaa guddoo Dirree Dhawaa jedhamu beekame.

Caasaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa”Afran Qalloo


Dirree Dhawaa amma
Gandoota baadiyyaa: 38
Kutaalee bulchiinsa magaalaa: 9
Kilaastara (Cluster): 4 qabdi.
DIRREE DHAWAAN.

  1. Kilaastara Waaheli
  2. Kilaastara Biyyoo Awwallee
  3. Kilaastara Jaldeessa
  4. Kilaastara Hassalisoo
  5. Kilaastara Waaheli
    Gandoota 8 of keessaa qaba:
  6. Haarillaa
  7. Jalloo Ballinaa
  8. Dhuujuma
  9. Waahel
  10. Laga Odaa Mirgaa
  11. Laga Odaa Gunnunfataa
  12. Koreeyssoo
  13. Huluul Mojoo

  1. Kilaastara Biyyoo Awwallee
    Gandoota 10 of keessaa qaba:
  2. Ija Aannani
  3. Laga Birraa
  4. Adaada
  5. Bishaan Bayee
  6. Biyyoo Awwallee
  7. Bakke Halloo
  8. Qaallichaa
  9. Gomgum
  10. Balawa
  11. Kurtuu

Dirree Dhawaa"Afran Qalloo
  1. Kilaastara Jaldeessa”
    Gandoota 8 of keessaa qaba:
  2. Mudhii Annannoo
  3. Laga Diini
  4. Malkaa Qeerroo
  5. Kullayyo
  6. Dabeelle
  7. Ardaa Annannoo
  8. Jaldeessa
  9. Ciree Mixii

  1. Kilaastara Hassalisoo
    Gandoota 9 of keessaa qaba:
  2. Hulaa Huluul
  3. Laga Dool
  4. Laga Harree
  5. Gadaan Saar
  6. Hassalisoo
  7. Falamaa
  8. Ganda Rigee
  9. Goola Adgi
  10. Boorran

Maqaalee Gaarran Dirree Dhawaa (Araddaa dhawaa Elamoo)

Dirree Dhawaa keessatti Gaarran 11 naanna’ani jiran:

  1. Gaara Daaluu
  2. Gaara Kiyyoo
  3. Gaara Diboole
  4. Gaara Kooraa
  5. Gaara Toomaa
  6. Gaara Raabal
  7. Gaara Falaamaa
  8. Gaara Diimaa
  9. Gaara Buttujji
  10. Gaara Arddaa Alaa
  11. Gaara Baabboo

Maqaaleen gandootaa fi gaarran kunneen eenyummaa Oromoo fi akkasumas eenyummaa Oromiyaa sirriitti agarsiisu.

1.https://www.voaafaanoromoo.com/a


Discover more from Egere Market

Subscribe to get the latest posts sent to your email.

1 thought on “Dirree Dhawaa”Afran Qalloo keessaa nama maqaan isaa Dhawaa Elamoo Muudee jedhamu.”

Leave a Comment

Scroll to Top