Dirree Dhawaa– Gaaffii Siyaasaa Oromoo fi Political Identity irratti Falmii
Magaalaan Dirree Dhawaa yeroo ammaa keessati, centre of political contestation taatee argamti. Seenaa, aadaa, afaan, fi demography isii irratti hundaa’uun, falmiin siyaasaa Oromoo keessatti iddoo olaanaa qabdi. Siyaasa Oromoo keessatti ilaalchi lafa kana ilaaluu sadiin kanen…. beekama:
- Ethiopianist Viewpoint
- Federalist Perspective
- Secessionist Standpoint
Barreeffamni kun ilaalchota kana bal’inaan xiinxalee, yaada hawaasa Oromoo bal’aa fi Oromo political discourse keessatti qabdu ifa godha.
1.Ethiopianist Viewpoint “Ethiopia First”
Narrative.
Humnota kanaaf, Ethiopia biyya tokko, unitary state cimaa fi centralized ta’e ijaaruudha kaayyoon. Isaan:
√Dirree Dhawaa akka neutral administrative zone ilaalu.
√Lafti kun saboota kamirraayyuu akka adda ba’u hin barbaadan.
√Afaan Oromoo fi aadaa Oromoo akka “regional identity” jedhamanii ol-ka’uun divisive politics ta’uu jedhu.
√Bulchiinsa “chartered city” ta’e jabeessuun, Oromiyaarraa fageessuu yaalu.
√“National unity” jedhuun ethnic federalism mormu.
•Hawaasa Oromoo biratti reaction:.
Ilaalcha kana hawaasni Oromoo akka erasure of Oromo identity fi political exclusion ilaala.
Seenaa fi lafa Oromoo irraa Oromoon dhiibamaa jira jechuun qeeqama.
Ethiopianist narrative kun, Oromoon akka sabaa magaalattii keessaa haqamuuf deemaa jira jedhu.
- Federalist Perspective – “Rule of Law and Power Sharing”.
Isaan kun Ethiopia akka sirna genuine federalism irratti hundaa’e ilaalan. Dirree Dhawaa irratti:
√Magaalaa saboota lamaan (Oromoo fi Somaalee) waliin hunda’eedha jedhanii amanu.
√Hirmaannaa walqixa, equitable power sharing fi language rights jabeessu barbaadu.
√Afaan Oromoo akka official language magaalattii keessatti kabajamuu qaba jedhu.
√Gaaffii Oromoo marii siyaasaa fi constitutional process jalatti furamuu qaba jedhu.

Yaada Oromoo keessaa: Dirree Dhawaa-Gaaffii Siyaasaa
Ilaalcha seeraa fi marii irratti hunda’ame ni deggaru.
Garuu yeroo ammaa keessatti, sirni federaalaa hojiitti hiikamee jiraa? jedhuun political skepticism qaba.
“Rule of law” fi “shared governance” yoo dhugumaan hojiitti hiikame, fala ta’uu danda’a jedhanii yaadu.
- Secessionist Standpoint – “Dirree Dhawaa is Oromo Land”
Humnota kanaaf, hiree murteeffannaa fi bilisummaa Oromoo bu’uura siyaasaati.Isaan:
√Dirree Dhawaa akka historically Oromo land ilaalu.
√Lafa Oromoo irraa adda baasuuf jecha “chartered city” jedhu mormu.
√Hireen murteeffannaa (Self-determination, Article 39) yoo dhugaan hojiitti hiikame, Dirree Dhawaa Oromiyaatti deebisuu qabu jedhu.
√Statehood for Oromia fi ifatti walabummaa Oromoo irratti fuulleffatu.
Hawaasa Oromoo biratti:
Garee fi oromoota sabboontotaa fi diaspora keessa fudhatama olaanaa qaba.
“If Oromia becomes independent or gains full autonomy, Dirree Dhawaa must return to it” jedhu.
Haa ta’u malee, pragmatic concern fi rakkoota aangoo keessa jiran ilaalchisee yaaddoo ni qabu.
Conclusion: Dirree Dhawaa fi Oromo Political Destiny.
Dirree Dhawaa keessatti ilaalcha siyaasaa Oromoo keessaa:
Ethiopianist → Top-down national unity, but often leads to Oromo marginalization.
Federalist → Rule-based solution, but needs trust and implementation.
Secessionist → Oromo sovereignty first, Dirree Dhawaa belongs with Oromia.
Magaalaan kun lafa qabeenyaa siyaasa, eenyummaa fi future Oromiyaa ti. Haa ta’u malee, ilaalchi hawaasa Oromoo bal’aa tokko malee ni walii gala:
“Dirree Dhawaa is not just land – it’s history, identity, and struggle for recognition.”
Ilaalachi ykn yaadni siyaasa biraa yo jiraate itti dabala.
1.https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/
Linkii Tanan sena meetig Link. https://meet.google.com/tro-smrg-mzh
Discover more from Egere Market
Subscribe to get the latest posts sent to your email.


